LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Waxabajjii ful. 6
  • Waxabajjii 24-30

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 24-30
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Waxabajjii ful. 6

Waxabajjii 24-30

FILIPHISIYUS 1-4

  • Faarfannaa 33 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Waaʼee Waan Tokkoo Illee hin Yaaddaʼinaa”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Filiphisiyus jedhamu taphachiisi.]

    • Flp 4:6—Rakkinni tokko yoo isin yaaddesse furmaanni isaa kadhannaa dha (w17.08 10 key. 10)

    • Flp 4:7—“Nagaan Waaqayyoo” eegumsa akka isiniif godhu heyyamaa (w17.08 10 key. 7; 12 key. 16)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Flp 2:17—Phaawulos ergamaan ‘akka kennaa dhugaatiitti kan dhangalaafame’ akkamitti? (it-2-E 528 key. 5)

    • Flp 3:11—“Duʼaa kaʼuu isa jalqabaa” kan jedhame maali dha? (w07 1/1 28 key. 5)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Flp 4:10-23 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 4)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) fg barumsa 6 key. 3-4 (th qoʼannaa 8)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 45

  • Meeshaaleen Elektirooniksii Jireenya Kee Toʼachaa Jiruu?: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii deebisuuf yaalaa: Meeshaaleen elektirooniksii maal gochuuf nu gargaaru? Meeshaalee elektirooniksiitiin fayyadamuun araada nutti taʼuun isaa miidhaa akkamii qaba? Araada akka isinitti taʼe beekuu kan dandeessan hoo akkamitti? Karaawwan “wantoota caalaatti barbaachisoo taʼan adda baastanii beekuu” itti dandeessan tokko tokko kamfaʼi? (Flp 1:10)

  • “Wanta Itti Bashannantan Ogummaadhaan Filadhaa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Bashannana Akkamiin Filachuu Qaba? jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 53

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 142 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi