Adoolessa 1-7
QOLOSAAYIS 1-4
Faarfannaa 56 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Isa Moofaa Of Irraa Baasaatii Isa Haaraa Uffadhaa”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Qolosaayis jedhamu taphachiisi.]
Qol 3:5-9—“Namummaa moofaa . . . of irraa baasaa gataa” (w11 3/15 10 key. 12-13)
Qol 3:10-14—“Namummaa haaraa . . . uffadhaa” (w13 9/15 21 key. 18-19)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Qol 1:13, 14—Wanti “Mootummaa Ilma isaa isa jaallatamaa” jedhame maali dha? (it-2-E 169 key. 3-5)
Qol 2:8—‘Wantoonni buʼuuraa addunyaa’ maali dha? (w08 8/15 28 key. 9)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Qol 1:1-20 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Sirrii fi Amansiisaa jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 7 irratti mariʼadhaa.
Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w04-AM 5/1 19-20 key. 3-7—Mata Duree: Kiristiyaanonni Tokko Tokko Phaawulosiif “Madda Jajjabinaa” kan Taʼan Akkamitti? (Qol 4:11) (th qoʼannaa 7)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Gabaasa Koree Barumsaa Kan Bara 2018: (Daq. 15) Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa: Imalli hojiiwwan jaarmiyichaa barbaachisaa taʼan keessaa tokko kan taʼe akkamitti? Kutaan Imalaa Waajjira Muummee qarshii hojii Mootummichaatiif baʼu kan qusatu akkamitti? Baasii imalaa jaarmiyichi baasu akka hirʼatu gochuuf babalʼistoonni maal gochuu dandaʼu? Kutaan Imalaa Waajjira Muummee obboloota jila walgaʼii biyyoolessaa 2019 taʼan kan gargaaru akkamitti?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 54
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 97 fi Kadhannaa