Adoolessa 8-14
1 TASALONQEE 1-5
Faarfannaa 90 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Wal Jajjabeessuu fi Wal Ijaaruu Keessan Itti Fufaa”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 1 Tasalonqee jedhamu taphachiisi.]
1Ta 5:11-13—Warra isin geggeessaniif “ulfina guddaa” kennaa (w11 6/15 26 key. 12; 28 key. 19)
1Ta 5:14—Warra dhiphatan jajjabeessaa, akkasumas warra dadhaboo deggeraa (w17.10 10 key. 13; w15 2/15 9 key. 16)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
1Ta 4:3-6—Namni halalummaa raawwatu tokko ‘obboleessa isaa irraa buʼaa kan fudhatu’ akkamitti? (it-1-E 863-864)
1Ta 4:15-17—Warri ‘qilleensa irratti Gooftaa simachuuf duumessaan ol butaman’ eenyu faʼi? Kun hoo kan raawwatamu akkamitti? (w15 7/15 18-19 key. 14-15)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 1Ta 3:1-13 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 4)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Qajeelchitoota Nama Jajjabeessan: (Daq. 9) Viidiyoo Qajeelchitoonni Warra Kaan Gargaaruu ni Dandaʼu jedhamu taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii deebisuuf yaalaa: Qajeelchitoonni gumii keessatti warra kaan jajjabeessuu kan dandaʼan akkamitti? Qajeelchitoota gumii kee keessa jiran irraa jajjabina kan argatte akkamitti?
Fakkeenyota Gaggaarii nu Jajjabeessan: (Daq. 6) Viidiyoo ‘Jabinaan Fiiguu’ Qabna—Warra Fakkeenya Gaarii Taʼan Hordofaa jedhamu taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii deebisuuf yaalaa: Obboleettiin teenya rakkina akkamii qabdi turte? Jajjabina argachuuf maal gooteetti?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 55
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 124 fi Kadhannaa