LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Adoolessa ful. 4
  • Adoolessa 15-21

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 15-21
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Adoolessa ful. 4

Adoolessa 15-21

2 TASALONQEE 1-3

  • Faarfannaa 67 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Mulʼachuu Isa Hamaa Sanaa”(Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 2 Tasalonqee jedhamu taphachiisi.]

    • 2Ta 2:6-8—‘Inni hamaan’ amma hojjechaa jiru sun mulʼateera (it-1-E 972-973)

    • 2Ta 2:9-12—Warra ‘isa hamaa’ sanaan gowwoomfamanitti ni murteeffama (it-2-E 245 key. 7)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 2Ta 1:7, 8—Kitaabni Qulqulluun Yesuusii fi maleekonni “ibidda bobaʼuun” mulʼatu yommuu jedhu maal jechuu isaati? (it-1-E 834 key. 5)

    • 2Ta 2:2—Phaawulos “dubbii geggeessaa hafuuraatiin dubbatame” yeroo jedhu maal jechuu isaati? (w86-E 7/15 19 key. 19)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 2Ta 1:1-12 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis kitaaba, Maal Nu Barsiisa jedhu itti argisiisi. (th qoʼannaa 12)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 61

  • Tajaajilli Si Nuffisiisaa Jiraa?: (Daq. 15) Viidiyoo Hinaaffaa Tajaajila Irratti Qabdan Haaromsuu kan Dandeessan Akkamitti? jedhu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 56

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 36 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi