Fulbaana 23-29
IBROOTA 12-13
Faarfannaa 88 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Adabni Jaalala Yihowaan Nuuf Qabu Argisiisa”: (Daq. 10)
Ibr 12:5—Yeroo adabni isiniif kennamutti abdii kutattanii wanta sirrii taʼe raawwachuu irraa duubatti hin jedhinaa (w12 3/15 29 key. 18)
Ibr 12:6, 7—Yihowaan namoota jaallatu ni adaba (w12-AM 7/1 21 key. 3)
Ibr 12:11—Adaba fudhachuun ulfaataa taʼus, caalaatti namoota gaarii akka taanu nu gargaara (w18.03 32 key. 18)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Ibr 12:1—Fakkeenyi “dhugaa baatota [akka] duumessa guddaa” taʼanii kan nu jajjabeessu akkamitti? (w11 9/15 17-18 key. 11)
Ibr 13:9—Caqasni kun hiika maalii qaba? (w89-E 12/15 22 key. 10)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Ibr 12:1-17 (th qoʼannaa 11)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 2)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) lv 34-35 key. 19 (th qoʼannaa 6)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Jabaatanii Dhaabachuu . . . Yeroo Cubbuu Dhaallee Wajjin Walʼaansoo Goonutti: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa:
Obboleessi keenya Kaasaares yeroo cuuphamee kaasee walʼaansoo akkamii gochaa ture?
Karaawwan kamiin adaba argatee ture?
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 66
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 94 fi Kadhannaa