LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Fulbaana ful. 6
  • Fulbaana 30–Onkoloolessa 6

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 30–Onkoloolessa 6
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Fulbaana ful. 6

Fulbaana 30–Onkoloolessa 6

YAAQOOB 1-2

  • Faarfannaa 122 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Karaa Gara Cubbuu fi Duʼaatti Geessu”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Yaaqoob jedhamu taphachiisi.]

    • Yaq 1:14—Yaanni sirrii hin taane salphaadhumatti fedhii sirrii hin taane kakaasuu dandaʼa (g17.4 14)

    • Yaq 1:15—Fedhiin sirrii hin taane yeroo baayʼee gara cubbuu fi duʼaatti geessuu dandaʼa (g17.4 14)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Yaq 1:17—Yihowaan “Abbaa ifa samii” jedhamee kan waamame maaliifi? (it-2-E 253-254)

    • Yaq 2:8—“Seera Mootichaa” kan jedhame maali dha? (it-2-E 222 key. 4)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Yaq 2:10-26 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu. Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri. (th qoʼannaa 3)

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 4 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu. Barreeffama qoʼachiisuuf itti fayyadamnu tokko kenni. (th qoʼannaa 12)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) bhs 30 key. 4-5 (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 45

  • “Wantoota Kana Yaaduu Keessan Itti Fufaa”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Wantoota Amanamummaa Keessan Mancaasan Irraa Fagaadhaa—Bohaartii Sirrii hin Taane jedhamu taphachiisi.

  • Warri—Ijoollee Keessan Umurii Kurnanii Irratti Argaman Seeksitiingii Irraa Akka Of Eegan Isaan Qopheessaa: (Daq. 7) Haasaa Dammaqaa! Sadaasa 2013, fuula 4-5 (Amaariffa) irratti hundaaʼee jaarsa gumiitiin dhihaatu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 67

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 78 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi