Onkoloolessa 7-13
YAAQOOB 3-5
Faarfannaa 50 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Ogummaa Waaqayyoo Akka Qabdan Argisiisaa”: (Daq. 10)
Yaq 3:17—Ogummaan Waaqayyoo qulqulluu fi naga qabeessa dha (cl 266-268 key. 9-10)
Yaq 3:17—Ogummaan Waaqayyoo tole kan jedhu, ajajamuuf kan qophaaʼe, gara laafinaa fi firii gaariidhaan kan guutame dha (cl 268-269 key. 12; 269-270 key. 14-15)
Yaq 3:17—Ogummaan Waaqayyoo kan hin loognee fi kan hin fakkeessine dha (cl 272-273 key. 18-19)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Yaq 4:5—Yaaqoob as irratti caqasa kam caqase? (w08 11/15 20 key. 6)
Yaq 4:11, 12—Namni “obboleessa tokkotti hamaa dubbatu” “seera irratti hamaa dubbata” jedhamuu kan dandaʼu akkamitti? (w97-AM 11/15 20-21 key. 8)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Yaq 3:1-18 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Sagalee Jijijjiiruu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 10 irratti mariʼadhaa.
Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w10-AM 9/1 23-24—Mata Duree: Cubbuu Keenya Himachuu kan Qabnu Maaliifi? Himachuu kan Qabnu hoo Eenyutti? (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 68
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 72 fi Kadhannaa