LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Onkoloolessa ful. 3
  • Onkoloolessa 14-20

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 14-20
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Onkoloolessa ful. 3

Onkoloolessa 14-20

1 PHEEXIROS 1-2

  • Faarfannaa 29 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Qulqulloota Taʼuu Qabdu”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 1 Pheexiros jedhamu taphachiisi.]

    • 1Ph 1:14, 15—Fedhii fi amalli keenya qulqulluu taʼuu qaba (w17.02 9 key. 5)

    • 1Ph 1:16—Fakkeenya Waaqa keenya isa qulqulluu taʼee hordofuuf carraaqqii goona (lvs-AM 77 key. 6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 1Ph 1:10-12—Akkuma raajotaa fi maleekotaa carraaqqii gochuu kan dandeenyu akkamitti? (w08 11/15 21 key. 8)

    • 1Ph 2:25—Ilaaltuu Ol Aanaa Hunda Irra Caalu kan jedhame eenyu? (it-2-E 565 key. 3)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 1Ph 1:1-16 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼeef deebii kenni. (th qoʼannaa 3)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenniif. (th qoʼannaa 9)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 28

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Miʼawwan Kee Sirriitti Kaaʼi: (Daq. 6) Viidiyicha taphachiisi. Achiis ijoollee filatte gara waltajjiitti baasiitii gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Yihowaan wanta hunda bakka bakka isaa kan kaaʼe akkamitti? Roobiin kan of qulqulleessu akkamitti? Mana keessan qulqulleessuu irratti gargaarsa gochuu kan qabdu maaliifi?

  • “Yihowaan Namoota Qulqulluu Taʼan ni Jaallata”: (Daq. 9) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Waaqayyo Namoota Qulqulluu Taʼan ni Jaallata jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 69

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 40 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi