Onkoloolessa 21-27
1 PHEEXIROS 3-5
Faarfannaa 14 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Dhumni Wantoota Hundumaa Dhihaateera”: (Daq. 10)
1Ph 4:7—“Sirriitti kan yaaddan taʼaa, kadhannaa wajjin haala wal qabateenis dammaqoo taʼaa” (w13 11/15 3 key. 1)
1Ph 4:8—“Jaalala guddaa waliif qabaadhaa” (w99-AM 4/15 22 key. 3)
1Ph 4:9—“Gungummii malee keessummummaa wal simadhaa” (w18.03 14-15 key. 2-3)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
1Ph 3:19, 20—Yesuus ‘hafuurota mana hidhaa keessa jiraniif’ kan lallabe yoomii fi akkamitti? (w13 6/15 23)
1Ph 4:6—‘Warri duʼanii fi misiraachoon isaaniif lallabame’ eenyu faʼi? (w08 11/15 21 key. 6)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 1Ph 3:8-22 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisi. (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Amala Qulqulluu fi Ulfina Guddaa Argisiisuun Dhugaa Akka Fudhatan Taasisa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Yihowaan Itti Gaafatamummaa Keenya Akka Baanu Nu Jabeessa jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 70
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 144 fi Kadhannaa