LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Sadaasa ful. 2
  • Sadaasa 4-10

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 4-10
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Sadaasa ful. 2

Sadaasa 4-10

1 YOHAANNIS 1-5

  • Faarfannaa 122 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Addunyaas Taʼe Wantoota Addunyaa Keessa Jiran hin Jaallatinaa”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 1 Yohaannis jedhamu taphachiisi.]

    • 1Yo 2:15, 16—“Wanti addunyaa keessa jiru hundi” Abbaa irraa utuu hin taʼin “addunyaa irraa madda” (w05-AM 1/1 10 key. 13)

    • 1Yo 2:17—Addunyaanii fi hawwiin isaa darbaa jiru (w13 8/15 27 key. 18)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 1Yo 2:7, 8—Ajajni Yohaannis waaˈeesaa dubbate moofaa fi haaraa kan jedhame akkamitti? (w13 9/15 10 key. 14)

    • 1Yo 5:16, 17—“Cubbuun duʼa fidu” maali dha? (it-1-E 862 key. 5)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 1Yo 1:1–2:6 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Miira Hoʼaa Qabaachuu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 11 irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w04-AM 10/1 29—Mata Duree: Yohaannis, 1 Yohaannis 4:18 irratti “jaalalli guutuun sodaa baasee gata” yeroo jedhu maal jechuu isa ture? (th qoʼannaa 7)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 132

  • “Yeroo Cidha Gaaʼelaa Qopheessuuf Karoorfattanitti Dhiibbaa Addunyaa Irraa Of Qusadhaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Cidha Gaaʼelaa Yihowaadhaaf Ulfina Fidu jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 72

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 76 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi