LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Sadaasa ful. 4
  • Sadaasa 11-17

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 11-17
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Sadaasa ful. 4

Sadaasa 11-17

2 YOHAANNIS 1-13; 3 YOHAANNIS 1-14–YIHUDAA 1-25

  • Faarfannaa 128 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Dhugaa Keessa Jiraachuuf Jabaannee Loluu Qabna”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 2 Yohaannis jedhamu taphachiisi.]

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 3 Yohaannis jedhamu taphachiisi.]

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Yihudaa jedhamu taphachiisi.]

    • Yih 3—‘Amantiidhaaf jabaadhaa lolaa’ (w04-AM 9/15 11-12 key. 8-9)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Yih 4, 12—Namoonni Waaqayyoon hin beeknee fi gumii Kiristiyaanaa keessa dhokatanii seenan ‘afeerraa jaalalaa irratti dhagoota bishaan keessa dhokatanii’ wajjin kan wal fakkaatan maaliifi? (it-2-E 279, 816)

    • Yih 14, 15—Heenok waaʼee taʼee gara fuulduraa jechoota wanta darbe argisiisanitti fayyadamee kan dubbatee maaliifi? Raawwiin raajii isaa hoo maali dha? (wp17.1 12 key. 1, 3)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 2Yo 1-13 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼeef deebii kenni. (th qoʼannaa 6)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 11)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 87

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 73

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 102 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi