LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Sadaasa ful. 6
  • Sadaasa 25–Muddee 1

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 25–Muddee 1
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Sadaasa ful. 6

SADAASA 25–MUDDEE 1

MULʼATA 4-6

  • Faarfannaa 22 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Abboota Fardeenii Gulufan Arfan”: (Daq. 10)

    • Mul 6:2—Inni farda adiidhaan gulufu ‘moʼaa baʼe’ (wp17.3 4 key. 3, 5)

    • Mul 6:4-6—Isatti aansuudhaan isa farda diimaa fi isa farda gurraacha irra taʼantu gulufa (wp17.3 5 key. 2, 4-5)

    • Mul 6:8—Isaanitti aansuudhaan isa farda daalachaan gulufutu baʼa, Awwaalis isatti aansuudhaan isa duukaa buʼa ture (wp17.3 5 key. 8-10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mul 4:4, 6—Jaarsoliin 24 fi uumamawwan jiraatoon afur maal argisiisu? (re-AM 76-77 key. 8; 80 key. 19)

    • Mul 5:5—Yesuus ‘leenca gosa Yihudaa’ jedhamee kan waamame maaliifi? (cf 42 key. 5-6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mul 4:1-11 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 4)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) lv 43 key. 15 (th qoʼannaa 2)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 46

  • “Yihowaan Nama Gammachuudhaan Kennu Jaallata”: (Daq. 15) Marii jaarsa tokkoon dhihaatu. Viidiyoo Akkaataa Meeshaa Elektirooniksiitiin Buusii Gochuu Itti Dandeenyu jedhamu taphachiisuudhaan jalqabi. Babalʼistoonni odeeffannoo buusii gochuuf gargaaru argachuuf fuula jalqabaa weebsaayitii jw.org irratti ykn appilikeeshinii JW Library irratti mallattoo buusii gara gajjallaatti argamu tuquu ykn bakka teessoo weebsaayitii itti guutan irratti donate.jw.org jedhanii barreessuu akka dandaʼan isaan beeksisi. Xalayaa galataa buusii waggaa darbee ilaalchisee waajjira damee irraa ergame dubbisi. Deggersa isaan arjummaadhaan godhaniif gumicha galateeffadhu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 75

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 111 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi