LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Muddee ful. 2
  • Mudde 2-8

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Mudde 2-8
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Muddee ful. 2

MUDDEE 2-8

MUL’ATA 7-9

  • Faarfannaa 63 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Tuuta Uummataa Guddaa Eenyu Illee Lakkaaʼuu hin Dandeenye ni Eebbisa”: (Daq. 10)

    • Mul 7:9—‘Tuutni uummata guddaa’ teessoo Yihowaa dura ni dhaabbatu (it-1-E 997 key. 1)

    • Mul 7:14—Tuutni uummata guddaa “rakkina guddaa” jalaa ni oola (it-2-E 1127 key. 4)

    • Mul 7:15-17—Tuutni uummata guddaa gara fuulduraatti lafa irratti eebba hedduu ni argata (it-1-E 996-997)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mul 7:1—“Maleekonni afur golee lafaa afur irra dhaabatan” maal raawwatu? ‘Qilleensonni lafaa arfan’ hoo maal argisiisu? (re-AM 115 key. 4)

    • Mul 9:11—“Maleekaa qilee” kan jedhame eenyu dha? (it-1-E 12)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mul 7:1-12 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Jaalala Qabaachuu fi Miira Namootaa Hubachuu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 12 irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w16.01 25-26 key. 12-16—Mata Duree: Waggoota dhihoodhaa asitti lakkoofsi namoota Ayyaana Yaadannoo irratti maxinoo fi wayinii irraa hirmaatanii dabaluun isaa nu yaaddessuu kan hin qabne maaliifi? (th qoʼannaa 6)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 93

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 8)

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 7) Viidiyoo jiʼa Muddeetiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 76

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 115 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi