LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Muddee ful. 3
  • Muddee 9-15

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 9-15
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Muddee ful. 3

Muddee 9-15

MUL’ATA 10-12

  • Faarfannaa 26 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “‘Dhugaa Baatonni Ajjeefamanii’ Turan ‘Lamaan’ Gara Jireenyaatti Deebiʼan”: (Daq. 10)

    • Mul 11:3—“Dhugaa baatonni . . . lamaan” guyyoota 1,260f raajii dubbachaa turan (w14 11/15 30)

    • Mul 11:7—“Bineensichi” isaan ajjeese

    • Mul 11:11—“Guyyaa sadii fi walakkaa booda” ‘dhugaa baatonni lamaan’ sun gara jireenyaatti deebiʼan

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mul 10:9, 10—Ergaan Yohaannisitti kenname “hadhaaʼaa” fi “miʼaawaa” jedhamuu kan dandaʼu akkamitti ture? (it-2-E 880-881)

    • Mul 12:1-5—Yaanni caqasa kana irra jiru kan raawwatame akkamitti? (it-2-E 187 key. 7-9)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mul 10:1-11 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan haala naannoo tajaajilaa keessaniif taʼuun karaa al idilee taʼeen akkamitti lallabuun akka dandaʼamu argisiisi. (th qoʼannaa 3)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 9)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 148

  • “Lafti ‘Laga Sana ni Liqimsite’”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Obboloonni Kooriyaa Mana Hidhaatii Gadhiifaman jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 77

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 21 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi