MUDDEE 30, 2019–AMAJJII 5, 2020
MUL’ATA 20-22
Faarfannaa 146 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Kunoo, Ani Wantoota Hundumaa Haaraa Nan Godha”: (Daq. 10)
Mul 21:1—“Samiin inni duraa fi lafti inni duraa darbaniiru” (re-AM 301 key. 2)
Mul 21:3, 4—“Wantoonni duraa sun darbaniiru” (w13-AM 12/1 11 key. 2-4)
Mul 21:5—Abdiin Yihowaan kenne amanamaa dha (w03-AM 8/1 12 key. 14)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Mul 20:5—“Warri duʼan kaan” dhuma waggoota 1,000 booda gara jireenyaatti deebiʼu jedhamuu kan dandaʼamu akkamitti? (it-2-E 249 key. 2)
Mul 20:14, 15—“Haroon ibiddaa” maali dha? (it-2-E 189-190)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mul 20:1-15 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu; achiis nama haasofsiistuuf waraqaa affeerrii walgaʼii gumii kenniif. (th qoʼannaa 3)
Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 4 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu; achiis barreeffama qoʼachiisuuf itti fayyadamnu tokko kenni. (th qoʼannaa 9)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) jl barumsa 12 (th qoʼannaa 6)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Akkuma Haala Isaatti Akkaataa Dhiheenyaa Keenya Jijijjiiruu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 80
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 101 fi Kadhannaa