Guraandhala 3-9
UUMAMA 12-14
Faarfannaa 14 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Kakuu Nuuf Hiika Qabu”: (Daq. 10)
Uma 12:1, 2—Yihowaan Abraamiin (Abrahaamiin) eebbisuuf waadaa galeera (it-1-E 522 key. 4)
Uma 12:3—“Qomoon biyya lafaa irraa hundinuu sababii [Abrahaamiin] in eebbifamu” (w89-E 7/1 3 key. 4)
Uma 13:14-17—Yihowaan lafa sanyiin isaa dhaalan Abrahaamitti argisiiseera (it-2-E 213 key. 3)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Uma 13:8, 9—Yommuu waldhabiinsa hiiknutti fakkeenya Abrahaam hordofuu kan dandeenyu akkamitti? (w16.05 5 key. 12)
Uma 14:18-20—Leewwiin “karaa Abrahaam harka kudhan keessaa harka tokko” kan kenne akkamitti? (Ibr 7:4-10; it-2-E 683 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 12:1-20 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Qabxiiwwan Guguddaa Adda Baasuu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 14 irratti mariʼadhaa.
Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w12-AM 1/1 8—Mata Duree: Saaraan, Abrahaamii fi Yihowaa Duratti Iddoo Guddaa Akka Qabaattu Wanti Godhe Maali Dha? (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Faarfannaawwan Addaa Irraa Maal Barattu?”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo faarfannaa addaa Addunyaa Haaraan Baayʼee Dhihaateera jedhamu taphachiisi.
Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa: (Daq. 5)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 85
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 74 fi Kadhannaa