Guraandhala 24–Bitootessa 1
UUMAMA 20-21
Faarfannaa 108 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Wanta Waadaa Gale Yeroo Hundumaa ni Raawwata”: (Daq. 10)
Uma 21:1-3—Saaraan ulfooftee ilma deesse (wp17.5 14-15)
Uma 21:5-7—Yihowaan wanta hin dandaʼamne fakkaatu dhugaa akka taʼu godheera
Uma 21:10-12, 14—Abrahaamii fi Saaraan waadaa Yihowaan Yisihaaq ilaalchisee gale akka raawwatu amantii cimaa qabu turan
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Uma 20:12—Saaraan obboleettii Abrahaam kan taate karaa kamiini? (wp17.3 12, milj.)
Uma 21:33—Abrahaam ‘maqaa [“Yihowaa” NW] kan waammate’ akkamitti? (w89-E 7/1 20 key. 9)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 20:1-18 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Babalʼisan kun faayidaa caqasichaa ifa kan godhe akkamitti? Nama fedhii argisiise yommuu gargaarru ittiin lixa kana akka fakkeenyaatti fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti?
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 4)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) bhs 35-36 key. 19-20 (th qoʼannaa 3)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Gabaasa Tajaajilaa Waggaa: (Daq. 15) Haasaa jaarsaan dhihaatu. Xalayaa gabaasa tajaajilaa waggaa waajjira damee irraa ergame ibsu erga dubbistee booda, babalʼistoota waggaa darbe tajaajila irratti muuxannoo nama jajjabeessu argatan dursii qopheessiitii gaafannoo godhiif.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 87
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 39 fi Kadhannaa