LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Bitootessa ful. 2
  • Bitootessa 2-8

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 2-8
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Bitootessa ful. 2

Bitootessa 2-8

UUMAMA 22-23

  • Faarfannaa 89 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Waaqayyo Abrahaamiin Qoree Ilaale”: (Daq. 10)

    • Uma 22:1, 2—Waaqayyo, Abrahaam ilma isaa isa jaallatu Yisihaaqiin aarsaa godhee akka dhiheessu isa gaafate (w12 7/1 31 key. 4-6)

    • Uma 22:9-12—Yihowaan, Abrahaam Yisihaaqiin akka hin ajjeesne isa dhowweera

    • Uma 22:15-18—Yihowaan, Abrahaam waan ajajameef akka isa eebbisu waadaa isaaf galeera (w12 10/15 23 key. 6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Uma 22:5—Abrahaam ilma isaa Yisihaaqiin aarsaa gochuuf utuu deemaa jiruu tajaajiltoota isaatiin innii fi Yisihaaq deebiʼanii akka dhufan kan isaanitti hime maal irratti hundaaʼuudhaan ture? (w16.02 11 key. 13)

    • Uma 22:12—Caqasni kun Yihowaan dandeettii wantoota gara fuulduraatti taʼan dursee beekuuf qabu kan fayyadamu yeroo barbaadutti akka taʼe kan argisiisu akkamitti? (w17.02 30 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 22:1-18 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Amantii Guutuudhaan Dubbachuu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 15 irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w16.12 14 key. 3—Mata Duree: Abrahaam Yesuus Duʼuu Isaa Dura Qajeelaa Jedhamee kan Waamame Akkamitti? (th qoʼannaa 7)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 4

  • Ajajamuun Eegumsa Argamsiisa: (Daq. 15) Viidiyoo Walgaʼii Waggaa 2017—Haasaawwanii fi Caqasa Waggaa 2018—Gabaabfamee kan Fudhatame jedhamu ilaalaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 88 key. 1-11

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 61 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi