LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Bitootessa ful. 5
  • Bitootessa 23-29

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 23-29
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Bitootessa ful. 5

Bitootessa 23-29

UUMAMA 27-28

  • Faarfannaa 10 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yaaqoob Eebba Argachuu Qabu Argateera”: (Daq. 10)

    • Uma 27:6-10—Yaaqoob eebba argachuu qabu akka argatu Ribqaan isa gargaarteetti (w04-AM 4/15 11 key. 4-5)

    • Uma 27:18, 19—Yaaqoob Esaawu fakkaatee abbaa isaa duratti dhihaateera (w07-AM 10/1 31 key. 2-3)

    • Uma 27:27-29—Yisihaaq eebba ilmi angafaa eebbifamu Yaaqoobiin eebbiseera (it-1-E 341 key. 6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Uma 27:46–28:2—Hiriyoonni gaaʼelaa seenaa kana irraa maal barachuu dandaʼu? (w06-AM 4/15 6 key. 3-4)

    • Uma 28:12, 13—Abjuun Yaaqoob waaʼee “yaabbannoo” arge maal argisiisa? (w04-AM 1/15 28 key. 6)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 27:1-23 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Babalʼisaan kun namni inni haasofsiisaa jiru sun waaʼee ofiisaa yeroo dubbatu akka isa dhaggeeffachaa jiru akkamitti argisiise? Babalʼisaan kun Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnutti akka gaariitti kan fayyadame akkamitti?

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) jl barumsa 17 (th qoʼannaa 11)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 34

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 90

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 147 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi