LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Caamsaa ful. 4
  • Caamsaa 11-17

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 11-17
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Caamsaa ful. 4

Caamsaa 11-17

UUMAMA 38-39

  • Faarfannaa 33 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Matumaa Yoseefiin hin Dhiisne”: (Daq. 10)

    • Uma 39:1—Yoseef Gibxi keessatti garba taʼe (w15 1/1 12 key. 4-5)

    • Uma 39:12-14, 20—Yoseef sobaan himatamee mana hidhaa gale (w15 1/1 14-15)

    • Uma 39:21-23—Yihowaan Yoseef wajjin taʼuu isaa itti fufeera (w15 1/1 15 key. 2)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Uma 38:9, 10—Yihowaan, Onaan akka duʼu kan godhe maaliifi? (it-2-E 555)

    • Uma 38:15-18—Yihudaanii fi Taamaar wanta caqasa kana irratti ibsame kan raawwatan maaliif akka taʼe ibsi. (w04-AM 1/15 30 key. 4-5)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 38:1-19 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Obboleettiin tun namni haasofsiifamu ergaa ishii akka hubatu kan isa gargaarte akkamitti? (th qoʼannaa 17) Nama kanaaf barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko beeksisuu kan dandeessan akkamitti?

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 11)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis kaardii teessoo jw.org kenni. (th qoʼannaa 6)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 121

  • “Halalummaa Irraa Fagaachuudhaan Fakkeenya Yoseef Hordofaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Halalummaa Irraa Fagaadhaa jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 97

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 80 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi