Waxabajjii 1-7
UUMAMA 44-45
Faarfannaa 130 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yoseef Obboloota Isaatiif Dhiifama Godheera”: (Daq. 10)
Uma 44:1, 2—Yoseef obboloonni isaa jijjiirama gochuu isaanii beekuuf isaan qoreera (w15 7/1 14-15)
Uma 44:33, 34—Yihudaan, Yoseef Beniyaamin akka gadhiisu isa kadhateera
Uma 45:4, 5—Yoseef obboloota isaatiif dhiifama gochuudhaan fakkeenya Yihowaa hordofeera
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Uma 44:13—Bara duriitti uffata tarsaasuun maal argisiisa ture? (w14 4/15 32)
Uma 45:5-8—Jalʼina haqaa dandamachuuf maaltu nu gargaara? (w04-AM 8/15 15 key. 15)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 45:1-15 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Barumsa Dabalataa kan Kennu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 18 irratti mariʼadhaa.
Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w06-AM 2/1 31—Mata Duree: Yaanni Uumama 44:5, 15 Irratti Ibsame, Yoseef Xoofoo Addaa Wanta Dhokataa Taʼe Ittiin Beeku Akka Qabu Argisiisaa? (th qoʼannaa 18)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)
Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 5) Viidiyoo jiʼa Waxabajjiitiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 100
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 37 fi Kadhannaa