Waxabajjii 8-14
UUMAMA 46-47
Faarfannaa 86 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Bara Beelaatti Nyaata Argachuu”: (Daq. 10)
Uma 47:13—Gibxii fi Kanaʼaan beela cimaatiin miidhaman (w87-E 5/1 15 key. 2)
Uma 47:16, 19, 20—Namoonni Gibxii lubbuu isaanii oolfachuuf aarsaa kaffaluun isaan barbaachisa ture
Uma 47:23-25—Nyaata hafuuraa yeroo harʼaatti baayʼinaan dhihaachaa jiru irraa fayyadamuuf carraaqqii gochuun barbaachisaa dha (kr 264-265 key. 11-12)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Uma 46:4—Yihowaan, Yoseef ‘ija Yaaqoob walitti akka isaaf qabu yeroo dubbatu’ maal jechuu isaa ture? (it-1-E 220 key. 1)
Uma 46:26, 27—Namoonni Yaaqoob wajjin gara biyya Gibxiitti galan meeqa taʼu? (“walumaa galatti namoota 75” nwtsty-E qabxii qoʼannaa HoE 7:14)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 47:1-17 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Babalʼisaan kun gaaffiitti akka gaariitti kan fayyadame akkamitti? Faayidaa caqasichaa ifa kan godhe hoo akkamitti?
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 3)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis kitaaba Maal Nu Barsiisa jedhamu kenniitii, boqonnaa 9 irratti hundaaʼuudhaan qoʼannaa jalqabsiisi. (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Yaadachiisawwan Yihowaa Irratti Xiyyeeffachuu Keessan Itti fufaa: (Daq. 15) Viidiyoo Yaadachiisawwan Yihowaatiif Iddoo Guddaa Kennaa jedhamu taphachiisi. Hundi isaanii iyyuu Dubbii Waaqayyoos taʼe nyaatawwan hafuuraa kaan soorachuu isaanii akka itti fufan jajjabeessi.—Isa 25:6; 55:1; 65:13; Mat 24:45.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 101
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 109 fi Kadhannaa