LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Waxabajjii ful. 6
  • Waxabajjii 22-28

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 22-28
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Waxabajjii ful. 6

Waxabajjii 22-28

BA’UU 1-3

  • Faarfannaa 7 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Wantan Taʼuu Filadhu Nan Taʼa”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Baʼuu jedhamu taphachiisi.]

    • Bau 3:13—Museen hiika maqaa Yihowaa fi waaʼee eenyummaa isaa beekuu barbaadee ture (w13 3/15 25 key. 4)

    • Bau 3:14—Yihowaan kaayyoo isaa galmaan gaʼuuf wanta taʼuun isa barbaachisu hundumaa taʼuu ni dandaʼa (kr 49, saanduqa)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Bau 2:10—Intalli Faraʼoon Musee guddisteetti jechuu kan dandeenyu maaliifi? (g04-E 4/8 6 key. 5)

    • Bau 3:1—Yetroon luba akkamii ture? (w04-AM 3/15 24 key. 4)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 2:11-25 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 16)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barruu dhiheenya baʼee fi yaada namni haasoofsifame sun kaase wajjin deemu kenni. (th qoʼannaa 12)

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w02-AM 6/15 11 key. 1-4—Mata Duree: Wanta Qabeenya Biyya Gibxii Caalu. (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 2

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Maqaa Yihowaa: (Daq. 6) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis, kan dandaʼamu yoo taʼe, ijoollee xixinnoo dursitee qopheessite muraasa gara waltajjiitti affeeriitii gaaffiiwwan armaan gadii isaan gaafadhu: Maqaan Yihowaa hiika maalii qaba? Yihowaan wantoota akkamii uumeera? Yihowaan kan si gargaaru akkamitti?

  • Iskaandineeviyaatti Maqaan Yihowaa ni Jajame: (Daq. 9) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii isaan gaafadhu: Jaarraa 16⁠ffaa dura namoonni hedduun maqaa Yihowaa kan hin beekne maaliif ture? Iskaandineeviyaatti maqaan Yihowaa faayidaa irra oolaa kan ture akkamitti? Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraatiif iddoo guddaa kennuu kan qabnu maaliifi?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 103

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 92 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi