Adoolessa 20-26
BA’UU 10-11
Faarfannaa 65 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Musee fi Aaron Ija Jabina Guddaa Argisiisaniiru”: (Daq. 10)
Bau 10:3-6—Musee fi Aaron waaʼee dhaʼicha isa saddeetaffaa ija jabinaan Faraʼoonitti dubbataniiru (w09 7/15 20 key. 6)
Bau 10:24-26—Musee fi Aaron dhiibbaa Faraʼoon ejjennoo isaanii akka laaffisaniif isaan irratti godheen hin mooʼamne
Bau 10:28; 11:4-8—Musee fi Aaron sodaa tokko malee waaʼee dhaʼicha kurnaffaa dubbataniiru (w14 4/15 8-9 key. 2; w12 2/15 11 key. 5)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Bau 10:1, 2—Warri caqasa kana irraa maal baratu? (w95-AM 9/1 11 key. 11)
Bau 11:7—Yihowaan, ‘Israaʼelootatti sareen illee hin duttu’ yeroo jedhu maal jechuu isaa ti? (it-1-E 783 key. 5)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 10:1-15 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Akkaataa babalʼisaan kun nama haasofsiiseef ragaa itti dhiheesse irraa maal barattan? Babalʼisaan kun barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko beeksisuu kan dandaʼu akkamitti ture?
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni haasofsiistu walgaʼii irratti akka argamu affeeri. (th qoʼannaa 8)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis, barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 12)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Ija Jabina Ilaalchisee Uumama Irraa Maal Baranna?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Uumama Irraa Ija Jabina Baradhaa jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 107
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 9 fi Kadhannaa