Fulbaana 7-13
BA’UU 23-24
Faarfannaa 34 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Tuuta Duukaa hin Buʼinaa”: (Daq. 10)
Bau 23:1—Oduu sobaa hin babalʼisinaa (w18.08 4 key. 7-8)
Bau 23:2—Dhiibbaa namoota hedduutiin hammina hin raawwatinaa (it-1-E 11 key. 3)
Bau 23:3—Hin looginaa (it-1-E 343 key. 5)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Bau 23:9—Yihowaan gara laafina akka argisiisan Israaʼeloota kan kakaase akkamitti? (w16.10 9 key. 4)
Bau 23:20, 21—Ergamaan (maleekaan) as irratti caqasame Mikaaʼel akka taʼe kan amannu maaliifi? (it-2-E 393)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 23:1-19 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Babalʼistuun tun dubartiin mariisistu deebii ishiin hin eegne yeroo deebisteetti dhimma irratti walii galan irratti kan xiyyeeffatte akkamitti? Babalʼistuun tun Masaraa Eegumsaa maxxansa sabaa Lakk. 3, 2020 beeksisuu kan dandeessu akkamitti ture?
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu erga beeksistee booda (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 1)
Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w16.05 30-31—Mata Duree: Kiristiyaanonni Hojjettoota Mootummaatiif Kennaa ykn Tiippii Kennuun Sirrii Taʼuu fi Dhiisuu Isaa Beekuuf Wanti Isaan Gargaaru Maali Dha? (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Oduu Sobaa Babalʼisuu Irraa Of Eegaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Animeeshinii gabatee adii Hamii Irraa Fagaachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) jy boq. 120 fi 121
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 73 fi Kadhannaa