LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Fulbaana ful. 4
  • Fulbaana 14-20

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 14-20
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Fulbaana ful. 4

Fulbaana 14-20

BA’UU 25-26

  • Faarfannaa 18 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Miʼa Godoo Qulqullaaʼaa Hundumaa Irra Caalu”: (Daq. 10)

    • Bau 25:9—Yihowaan pilaanii saanduqa kakuu qopheessee ture (it-1-E 165)

    • Bau 25:21—Saanduqichi miʼa qulqulluu ‘Dhuga Baatuun’ keessa kaaʼamu dha (it-1-E 166 key. 2)

    • Bau 25:22—Saanduqichi argamuu Waaqayyoo wajjin walitti dhufeenya qaba (it-1-E 166 key. 3)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Bau 25:20—Akkaataan kiruubelonni qadaada Saanduqichaa irra itti dhaabbatan maal kan argisiisu taʼuu dandaʼa? (it-1-E 432 key. 1)

    • Bau 25:30—Buddeenni ilaalchaa maal ture? (it-2-E 936)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 25:23-40 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi; achiis dhaggeeffattoota gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Babalʼistuun tun miira hoʼaa akka qabduu fi akka namaaf yaaddu kan argisiiste akkamitti? Babalʼistuun tun barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko beeksisuu kan dandeessu akkamitti ture?

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 8)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 11)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 23

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 5) Viidiyoo jiʼa Fulbaanaatiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) jy boq. 122, 123, fi saanduqa Dafqi Isaa Akka Coccopha Dhiigaa Taʼe

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 44 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi