LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Fulbaana ful. 5
  • Fulbaana 21-27

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 21-27
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Fulbaana ful. 5

Fulbaana 21-27

BA’UU 27-28

  • Faarfannaa 25 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Uffata Lubootaa Irraa Maal Barachuu Dandeenya?”: (Daq. 10)

    • Bau 28:30—Qajeelfama Yihowaa barbaaduu qabna (it-2-E 1143)

    • Bau 28:36—Qulqulluu taʼuu qabna (it-1-E 849 key. 3)

    • Bau 28:42, 43—Waaqeffannaan Yihowaadhaaf dhiheessinu ulfina qabeessa taʼuu qaba (w08 8/15 15 key. 17)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Bau 28:15-21—Dhagoonni gati jabeeyyiin korojoo qomaa luba ol aanaa Israaʼel irratti maxxanfaman kan argaman eessaa taʼuu dandaʼa? (w12-AM 8/1 26 key. 1-3)

    • Bau 28:38—Wantoota qulqullaaʼaa kan jedhaman maalfaʼi? (it-1-E 1130 key. 2)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 27:1-21 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis kaardii teessoo jw.org kenni. (th qoʼannaa 1)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 2)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) lvs 111 key. 20-21 (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 57

  • “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Nama Balbala Isaa Utuu hin Banin Nu Haasofsiisuuf Dhugaa Baʼuu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo 1⁠ffaa taphachiisiitii irratti mariʼadhaa; achiis viidiyoo 2⁠ffaa taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) jy boq. 124 fi 125

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 129 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi