LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Fulbaana ful. 6
  • Fulbaana 28–Onkoloolessa 4

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 28–Onkoloolessa 4
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Fulbaana ful. 6

Fulbaana 28–Onkoloolessa 4

BA’UU 29-30

  • Faarfannaa 32 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Kennaa Yihowaadhaaf Kennamu”: (Daq. 10)

    • Bau 30:11, 12—Yihowaan uummaticha lakkaaʼee akka galmeessu Museetti himee ture (it-2-E 764-765)

    • Bau 30:13-15—Namni galmeeffame hundi Yihowaadhaaf kennaa ni kenna ture (it-1-E 502)

    • Bau 30:16—Kennaan sun “hojii dunkaana itti wal gaʼanii” sanaaf oola ture (w11-AM 11/1 12 key. 1-2)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Bau 29:10—Luboonni ‘harka isaanii mataa tuntunichaa irra kaaʼuun’ isaanii maal argisiisa? (it-1-E 1029 key. 4)

    • Bau 30:31-33—Namni tokko dibata qulqullaaʼaa yoo qopheessee fi nama hin heyyamamneef yoo dibe kan ajjeefamu maaliif ture? (it-1-E 114 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 29:31-46 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami; nama balbala isaa utuu hin banin nu haasofsiisuuf dhugaa baʼuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe argisiisi. (th qoʼannaa 2)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) bhs 113 key. 18 (th qoʼannaa 13)

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) km 1/11 4 key. 5-7; 6, saanduqa—Mata Duree: Yaadawwan Waaqeffannaa Maatiitiif Taʼan Tokko Tokko. (th qoʼannaa 20)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 84

  • “Yeroo fi Humna Kee Gumaacha Gochuu Dandeessaa?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Ijaarsi Haaraan Karoorfameera—Gabaabfamee kan Fudhatame jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) jy boq. 126, 127 fi saanduqa Lafa Dhiigaa

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 16 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi