LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Onkoloolessa ful. 7
  • Onkoloolessa 26–Sadaasa 1

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 26–Sadaasa 1
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Onkoloolessa ful. 7

Onkoloolessa 26–Sadaasa 1

BAʼUU 37-38

  • Faarfannaa 43 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Gaʼee Iddoowwan Aarsaa, Godoo Qulqullaaʼaa Waaqeffannaa Dhugaa Keessatti Qaban”: (Daq. 10)

    • Bau 37:25—Iddoon aarsaa ixaanni irratti aarfamu Iddoo Qulqullaaʼaa keessa ture (it-1-E 82 key. 3)

    • Bau 37:29—Ixaanni qulqulluun ogummaadhaan walitti makamee qopheeffama (it-1-E 1195)

    • Bau 38:1—Iddoon aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu oobdii godoo qulqullaaʼaa keessa ture (it-1-E 82 key. 1)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Bau 37:1, 10, 25—Godoo qulqullaaʼaa ijaaruuf mukti laaftoo gaarii kan ture maaliifi? (it-1-E 36)

    • Bau 38:8—Of ilaaleen ykn daawwitiin bara duriitti ture isa yeroo harʼaatti beekamu irraa adda kan taʼe akkamitti? (w15-AM 4/1 15 key. 4)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 37:1-24 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barruu dhimma namni haasofsiistu sun kaasee wajjin wal qabatuu fi dhiheenyatti baʼee kenniif. (th qoʼannaa 12)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) bhs 199 key. 8-9 (th qoʼannaa 7)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 67

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)

  • “Duula Addaa Mootummaa Waaqayyoo Beeksisuuf Jiʼa Sadaasaatti Godhamu”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo dhugaa baʼuu jiʼa Sadaasaa taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) jy boq. 135 fi 136

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 103 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi