LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Sadaasa ful. 4
  • Sadaasa 16-22

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 16-22
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Sadaasa ful. 4

Sadaasa 16-22

LEWWOOTA 4-5

  • Faarfannaa 84 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaadhaaf Isa Hunda Irra Caalu Kenni”: (Daq. 10)

    • Lew 5:5, 6—Namoonni cubbuu guddaa hojjetan aarsaa sababii yakkaatiif dhihaatuuf hoolaa ykn reʼee dhiheessuu qabu turan (it-2-E 527 key. 9)

    • Lew 5:7—Namoonni hiyyeessota taʼuu isaaniitiin kan kaʼe hoolaa ykn reʼee dhiheessuu hin dandeenye, gugee horaa ykn gugee sosokkee lama dhiheessuu dandaʼu turan (w09 7/1 31 key. 3)

    • Lew 5:11—Namoonni baayʼee hiyyeessota taʼuu isaaniitiin kan kaʼe gugee horaa ykn gugee sosokkee illee dhiheessuu hin dandeenye immoo, daakuu bullaaʼaa eefaa harka kudhan keessaa tokko dhiheessuu dandaʼu turan (w09 7/1 31 key. 4)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lew 5:1—Yaadni caqasa kanaa Kiristiyaanotaaf kan hojjetu akkamitti? (w16.02 30 key. 14)

    • Lew 5:15, 16—Namni tokko ‘yaada malee wantoota Waaqayyoof qulqullaaʼoo taʼan balleessuudhaan kan yakku’ akkamitti taʼuu dandaʼa? (it-1-E 1130 key. 2)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Lew 4:27–5:4 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi; garuu Isaayaas 9:6, 7 fayyadami. (th qoʼannaa 12)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi; garuu Faarfannaa 72:16 fayyadami. (th qoʼannaa 4)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) lvs 209 key. 22-23 (th qoʼannaa 19)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 81

  • Waggoota 60f Qajeelchitoota Taʼanii Wajjin Tajaajiluu—Wanta Gargaarsa Yihowaatiin Qofa Dandaʼamu: (Daq. 15) Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Taakaakoo fi Hisaakoon tajaajila isaaniitiin mirgawwanii fi gammachuu akkamii argataniiru? Taakaakoon dhibee fayyaa akkamiitiin rakkachaa turte? Wanti ishii gargaare hoo maali? Gammachuu dhugaa kan isaaniif argamsiisee fi wanta qabanitti gammadanii akka jiraatan kan isaan gargaare maali? Muuxannoon obboleettota kanaa, yaadni caqasoota armaan gadii dhugaa taʼuu isaa kan mirkaneessu akkamitti? Fakkeenya 25:11; Lallaba 12:1; Ibroota 6:10.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) rr “Xalayaa Qaama Ol Aanaa Irraa Ergame” fi “Ibsa Qabiyyeewwan Addaa”

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 95 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi