Muddee 14-20
LEEWWOTA 12-13
Faarfannaa 140 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Seerawwan Dhukkuba Nadaayii Ilaalchisee Kennaman Irraa Baradhaa”: (Daq. 10)
Lew 13:4, 5—Namoonni dhukkuba nadaayiitiin qabaman namoota irraa akka adda baʼan godhamu turan (wp18.1 7)
Lew 13:45, 46—Namoonni dhukkuba nadaayiitiin qabaman namoota kaanitti akka hin dabarsineef adda baʼanii jiraachuu qabu turan (wp16.4-AM 9 key. 1)
Lew 13:52, 57—Miʼoonni faalaman balleeffamuu qabu turan (it-2-E 238 key. 3)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lew 12:2, 5—Daʼumsi dubartiin akka ‘xurooftu’ kan godhu maaliifi? (w04-AM 5/15 23 key. 2)
Lew 12:3—Yihowaan mucaan tokko guyyaa saddeettaffaatti akka dhaqna qabamu kan ajaje maaliifi? (wp18.1 7)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Lew 13:9-28 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Tolaan karaa buʼa qabeessa taʼeen gaaffiitti kan fayyadame akkamitti? Yaada caqasichaa ifa kan godhe akkamitti?
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 19)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Misiraachoo jedhamu beeksisiitii barumsa 11 irratti hundaaʼuudhaan qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 9)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) rr boq. 2 key. 1-9 fi viidiyoo beeksisaa
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 28 fi Kadhannaa