LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Muddee ful. 6
  • Muddee 28, 2020–Amajjii 3, 2021

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 28, 2020–Amajjii 3, 2021
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Muddee ful. 6

Muddee 28, 2020–Amajjii 3, 2021

LEEWWOTA 16-17

  • Faarfannaa 41 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Guyyaan Araaraa Isiniif Hiika Akkamii Qaba?”: (Daq. 10)

    • Lew 16:12—Lubni ol aanaan akka fakkeenyaatti Yihowaa dura dhaabbata (w19.11 21 key. 4)

    • Lew 16:13—Lubni ol aanaan Yihowaadhaaf ixaana dhiheessa (w19.11 21 key. 5)

    • Lew 16:14, 15—Sana booda lubni ol anaan cubbuu lubootaa fi cubbuu sabichaatiif araara argamsiisa (w19.11 21 key. 6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lew 16:10—Reʼeen Azaazeeliif baʼu aarsaa Yesuusiif fakkeenya kan taʼu akkamitti? (it-1-E 226 key. 3)

    • Lew 17:10, 11—Dhiiga fudhachuu irraa kan fagaannu maaliifi? (w14 11/15 10 key. 10)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Lew 16:1-17 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama ittiin qoʼachiisnu tokko kenniif. (th qoʼannaa 4)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) fg barumsa 1 key. 1-2 (th qoʼannaa 14)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 70

  • “Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaatti Barachuuf Fedhii Qabdaa?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Misiyoonota Hojii Makaraa Irratti Hojjetan jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) rr boq. 2 key. 19-27

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 50 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi