LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Amajjii ful. 4
  • Amajjii 11-17

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amajjii 11-17
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Amajjii ful. 4

Amajjii 11-17

LEEWWOTA 20-21

  • Faarfannaa 80 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Saba Isaa Adda ni Baasa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lew 21:5—Seerri Waaqayyoo qaama ofii miidhuu kan dhowwu maaliifi? (it-1-E 563)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lew 20:1-13 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Kadhannaa—1Yo 5:14 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irra jiran dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Misiraachoo jedhamu kenniifiitii barumsa 12⁠ffaatti fayyadamuudhaan qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 19)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 131

  • “Gaaʼela Keessaniif Eegumsa Godhaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Jabinaan Fiiguu’ Qabna—Seerawwan Dorgommichaatiif Ajajamuu jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr kutaa 1, boq. 3 key. 1-10, viidiyoo beeksisaa fi saanduqa 3A

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 94 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi