LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Amajjii ful. 12
  • Guraandhala 8-14

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 8-14
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Amajjii ful. 12

Guraandhala 8-14

LAKKOOFSA 1-2

  • Faarfannaa 123 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Saba Isaa ni Gurmeessa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 1:2, 3—Uummanni Israaʼel kan lakkaaʼamu maaliif ture? (it-2-E 764)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 1:1-19 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Kitaaba Qulqulluu akka qoʼatu affeeri; viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 9)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis maree keessan wanta nama haasofsiistu yaaddessuu wajjin akka wal simu godhi; caqasa wajjin deemu dubbisiif. (th qoʼannaa 12)

  • Haasaa: (Daq. 5) w08-AM 7/1 21—Mata Duree: Gosoonni Israaʼel 13 Taʼanii Utuu Jiranii Kitaabni Qulqulluun 12 Akka Taʼanitti kan Dubbatu Maaliifi? (th qoʼannaa 7)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 57

  • “Nama Hundumaaf Lallabuuf Gurmaaʼuu”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi—Afaan Biyya Alaatiin Lallabuu jedhamu taphachiisi. Qabiyyeewwan appilikeeshiniin JW Language® jedhamu qabu tokko tokko maalfaa akka taʼan yaada akka kennan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 4 key. 10-17

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 1 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi