LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Amajjii ful. 14
  • Guraandhala 15-21

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 15-21
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Amajjii ful. 14

Guraandhala 15-21

LAKKOOFSA 3-4

  • Faarfannaa 99 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Tajaajila Leewwotaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 4:15—Waaqayyoon akka sodaannu karaan itti argisiisnu tokko maali dha? (w06 8/1 24 key. 13)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 4:34-49 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 2)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) fg barumsa 12 key. 8 (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 67

  • Gabaasa Tajaajilaa Waggaa: (Daq. 15) Haasaa jaarsa gumiitiin dhihaatu. Xalayaa gabaasa tajaajilaa waggaa waajjira damee irraa ergame erga dubbistee booda, babalʼistoota waggaa darbe tajaajila irratti muuxannoo nama jajjabeessu argatanii fi dursitee qopheessiteef gaafannoo godhi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr kutaa 2, boq. 5 key. 1-8 fi viidiyoo beeksisaa

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 63 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi