LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Amajjii ful. 15
  • Guraandhala 22-28

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 22-28
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Amajjii ful. 15

Guraandhala 22-28

LAKKOOFSA 5-6

  • Faarfannaa 81 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Fakkeenya Naazrotaa Hordofuu kan Dandeessu Akkamitti?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 6:6, 7—Saamsoon reeffa bineensa ofiin ajjeesee erga tuqee booda iyyuu Naazricha taʼee itti fufuu kan dandaʼe akkamitti? (w05-AM 1/15 30 key. 2)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 5:1-18 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Dhugaa Baatonni Yihowaa Eenyu? jedhamu erga beeksistee booda (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 1)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 3)

  • Haasaa: (Daq. 5) w06-AM 1/15 32—Mata Duree: Argama Arikiʼoloojii Kitaabni Qulqulluun Sirrii Taʼuu Isaa Mirkaneessu. (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 76

  • “Jiʼa Bitootessaa Yookiin Eblaatti Qajeelchaa Gargaaraa Taʼuu ni Dandeessaa?”: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu.

  • Duulli Ayyaana Yaadannoo Sanbadduraa, Guraandhala 27 Jalqaba: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Waraqaan affeerri hundumaaf akka hiramu godhiitii gabaabsaa irratti mariʼadhaa. Qophii gumichi naannoo tajaajilaa waliin gaʼuuf godhe dubbadhu. Viidiyoo maree fakkeenya taʼu taphachiisi. Achiis dhaggeeffattoota akkana jedhi gaafadhu: Viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhamu taphachiisuu kan qabnu yoomi? Namni tokko fedhii akka qabu akkamitti beekuu dandeenya?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 5 key. 9-16

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 36 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi