LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Bitootessa ful. 3
  • Bitootessa 8-14

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 8-14
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Bitootessa ful. 3

Bitootessa 8-14

LAKKOOFSA 9-10

  • Faarfannaa 31 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Saba Isaa kan Geggeessu Akkamitti?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 9:13—Kiristiyaanonni qajeelfama Israaʼelotaaf kenname kana irraa barumsa akkamii argatu? (it-1-E 199 key. 3)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 10:17-36 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Affeerrii Ayyaana Yaadannoo: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni haasofsiistu fedhii akka qabu erga argisiisee booda, viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 11)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Nama wajjin hojjettu ykn wajjin barattuu fi kanaan dura dhugaa baateef Ayyaana Yaadannoo irratti akka argamu affeeri. (th qoʼannaa 2)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) bhs 214, ibsa dabalataa 16—Namni qoʼachiistu Ayyaana Yaadannoo irratti akka argamu affeeri; achiis maxinoo fi wayinii irraa hirmaachuu kan hin qabne maaliif akka taʼe Kitaaba Qulqulluu irraa isaaf ibsi. (th qoʼannaa 17)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 84

  • Sirreeffamni Beetelitti Godhamu Hojii Lallabaa Deggera: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Walgaʼii waggaa bara 2015 irratti beeksisa akkamiitu himame? Jijjiirama godhameef sababa lama kamfaatu dhihaate? Beetelitti sirreeffamoota akkamiitu godhame? Sirreeffamoonni kun faayidaa akkamii argamsiisaniiru? Beeksisni kun ijaarsa waajjira damee Biritaaniyaa irratti dhiibbaa kan godhe akkamitti? Sirreeffamoonni kun Yihowaan nu geggeessaa akka jiru ragaa kan taʼan akkamitti?

  • Beeteliin kan Daawwannu Maaliifi?: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 6 key. 1-6 fi viidiyoo beeksisaa

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 12 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi