LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Bitootessa ful. 4
  • Bitootessa 15-21

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 15-21
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Bitootessa ful. 4

Bitootessa 15-21

LAKKOOFSA 11-12

  • Faarfannaa 46 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Gungumuu Irraa Fagaachuu kan Qabnu Maaliifi?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 11:7, 8—Biftii fi dhandhamni mannaa gaarummaa Yihowaa kan argisiisu akkamitti? (it-2-E 309)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 11:1-15 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Affeerrii Ayyaana Yaadannoo: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni haasofsiistu fedhii akka qabu erga argisiisee booda, viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 11)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Nama fedhii argisiisee fi waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhateef deddeebii gaaffii godhi. (th qoʼannaa 4)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Haasaan Ayyaana Yaadannoo erga xumuramee booda nama fedhii argisiisee fi ayyaanicha irratti argame haasofsiisi; achiis gaaffii inni saganticha ilaalchisee kaasuuf deebii kenni. (th qoʼannaa 2)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 19

  • “Ayyaana Yaadannootiif Qophaaʼaa Jirtuu?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Qophii Ayyaana Yaadannoo wajjin wal qabatu ilaalchisee beeksisa barbaachisu kam iyyuu dubbadhu. Viidiyoo Akkaataa Maxinoon Ayyaana Yaadannoo Itti Qophaaʼu jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 6 key. 7-13 fi saanduqa 6A

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 70 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi