Ebla 26–Caamsaa 2
LAKKOOFSA 25-26
Faarfannaa 135 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Namni Tokko Jijjiirama Fiduu Dandaʼaa?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lak 26:55, 56—Yihowaan lafa dhaalan gosoota Israaʼeliif yeroo hiretti ogummaa akka qabu kan argisiise akkamitti? (it-1-E 359 key. 1-2)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 25:1-18 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo tokko beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 3)
Haasaa: (Daq. 5) w04-AM 4/1 29—Mata Duree: Lakkoofsi Lakkoofsa 25:9 irra jiruu fi 1 Qorontos 10:8 irra jiru garaa gara kan taʼe maaliifi? (th qoʼannaa 17)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Michoota Keessan Ogummaadhaan Filadhaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Fakkeenya Akeekkachiisaa Bara Keenyaaf Taʼu—Gabaabfamee kan Fudhatame jedhamu taphachiisi. Guutummaa viidiyichaa akka ilaalan isaan jajjabeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr kutaa 3, boq. 8 key. 1-7 fi viidiyoo beeksisaa
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 44 fi Kadhanna