LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Caamsaa ful. 2
  • Caamsaa 3-9

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 3-9
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Caamsaa ful. 2

Caamsaa 3-9

LAKKOOFSA 27-29

  • Faarfannaa 106 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Wal Caalchisu Irraa Fagaachuudhaan Fakkeenya Yihowaa Hordofaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 28:7, 14—Aarsaan dhugaatii maal ture? (it-2-E 528 key. 5)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 28:11-31 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Kaayyoo Waaqayyoo—Uma 1:28 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irra jiran dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 4)

  • Haasaa: (Daq. 5) w07-AM 4/1 17-18—Mata Duree: Wanti Aarsaan Keenya Yihowaa Duratti Fudhatama Akka Qabaatu Godhu Maali Dha? (th qoʼannaa 16)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 82

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Namoota Jaalladhu: (Daq. 6) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis, kan dandaʼamu taanaan, ijoollee xixinnoo dursitee qopheessite gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Ijoolleen mana barumsaa Piiriyaan akka isaanitti dhihaattu kan hin barbaanne maaliifi? Soofiyaan Piiriyaa akka jaallatu kan argisiiste akkamitti? Namoota si irraa adda taʼan akka jaallattu argisiisuu kan dandeessu akkamitti?

  • Michuu Dhugaa kan Jedhamu Nama Akkamii ti?: (Daq. 9) Mareedhaan kan dhihaatu. Animeeshinii gabatee adii taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Hiriyaan filattu tokko nama akkamii taʼuu qaba? Hiriyaa gaarii eessaa argachuu dandeessa? Hiriyaa gaarii argachuu kan dandeessu akkamitti?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 8 key. 8-15 fi saanduqa 8A

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 16 fi Kadhanna

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi