LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Caamsaa ful. 3
  • Caamsaa 10-16

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 10-16
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Caamsaa ful. 3

Caamsaa 10-16

LAKKOOFSA 30-31

  • Faarfannaa 51 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Wareega Keessan Raawwadhaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 30:10-12—Elqaanaan wareega Haannaan Yihowaa akka tajaajiluuf Saamuʼeliin kennuuf wareegde irratti akka walii gale akkamitti beekna? (1Sa 1:11; it-2-E 28 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 30:1-16 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Kaayyoo Waaqayyoo—Isa 55:11 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irra jiran dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama qoʼachiisuuf itti fayyadamnu tokko kenniifiitii qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 19)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 5

  • Uumama Irraa Jabaatanii Dhaabbachuu Baradhaa: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis tokkoon tokkoon biqiltootaa fi bineeldota viidiyicha irratti ibsaman ilaalchisee gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu. Uumamni kun waaʼee jabaatanii dhaabbachuu maal nu barsiisa? Nuti hoo jireenya keenya keessatti ija jabina akkasii argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 8 key. 16-22

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 4 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi