LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Caamsaa ful. 4
  • Caamsaa 17-23

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 17-23
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Caamsaa ful. 4

Caamsaa 17-23

LAKKOOFSA 32-33

  • Faarfannaa 142 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Jiraattota Biyyattii Hundumaa Of Duraa Ariʼaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 33:54—Biyyattiin gosoota Israaʼeliif kan hihirmte akkamitti? (it-1-E 359 key. 2)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 32:28-42 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • “Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Qabxiilee Ijoo Fakkeenyaan Ibsaa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Qabxiilee Ijoo Fakkeenyaan Ibsuudhaan jedhamu taphachiisi.

  • Haasaa: (Daq. 5) w09-AM 10/1 30, saanduqa—Mata Duree: Yihowaan Waraana Israaʼelonni Durii Geggeessaan Deggeraa kan Ture Maaliifi? (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 58

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 8 key. 23-27 fi saanduqa 8B

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 107 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi