LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Caamsaa ful. 6
  • Caamsaa 24-30

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 24-30
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Caamsaa ful. 6

Caamsaa 24-30

LAKKOOFSA 34-36

  • Faarfannaa 33 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaatti Kooluu Galaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 35:31—Addaamii fi Hewaan aarsaa furii Yesuus irraa fayyadamuu kan hin dandeenye maaliifi? (w91-E 2/15 13 key. 13)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 34:1-15 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 12)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisi. (th qoʼannaa 9)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) fg barumsa 2 key. 9-10 (th qoʼannaa 19)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 88

  • Michuu Yihowaa Taʼi— Adabni Jaalala Argisiisa: (Daq. 6) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis, kan dandaʼamu taanaan, ijoollee xixinnoo dursitee qopheessite gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Yeroo tokko tokko adabni kan si barbaachisu maaliifi? Adabni kan si fayyadu akkamitti? Yihowaan kan nu adabu maaliifi?

  • “Adabni Jaalala Yihowaa Argisiisa”: (Daq. 9) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo “Yihowaan Warra Jaallatu ni Adaba” jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 9 key. 1-9 fi viidiyoo beeksisaa

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 93 fi Kadhanna

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi