LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Caamsaa ful. 8
  • Caamsaa 31–Waxabajjii 6

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 31–Waxabajjii 6
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Caamsaa ful. 8

Caamsaa 31–Waxabajjii 6

KEESSA DEEBII 1-2

  • Faarfannaa 125 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Murtiin kan Waaqayyoo Ti”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Kes 1:19; 2:7—Yihowaan sabni isaa waggaa 40f “lafa onaa guddaa fi sodaachisaa taʼe” keessa yeroo deemaa turanitti kan isaan kunuunse akkamitti? (w13 9/15 9 key. 9)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 1:1-18 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 16)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Nama haasofsiistuuf waraqaa affeerrii walgaʼii gumii kenniifiitii viidiyoo Galma Mootummaa Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 11)

  • Haasaa: (Daq. 5) w13 8/15 11 key. 7—Mata Duree: Dubbii Dogoggoraa Dubbachuus Taʼe Dhagaʼuu Irraa Fagaadhaa. (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 30

  • “Dhuma ‘Guyyoota Dhumaatiif’ Qophaaʼoo Taʼaa”: (Daq. 15) Jaarsa gumiitiin mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Balaawwan Uumamaatiif Qophooftaniittuu? jedhamu taphachiisi. Jira taanaan, yaadachiisa waajjira damee fi qaama jaarsolii irraa ergame dubbadhu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 9 key. 10-17

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 64 fi Kadhanna

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi