LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Caamsaa ful. 15
  • Waxabajjii 28– Adoolessa 4

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 28– Adoolessa 4
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Caamsaa ful. 15

Waxabajjii 28–Adoolessa 4

KEESSA DEEBII 9-10

  • Faarfannaa 49 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Waaqni Kee Yihowaan Maal Si Irraa Barbaada?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Kes 9:1-3—Ilmaan Anaaq “guguddoo fi dhedheeroo” taʼanis Israaʼelonni isaan sodaachuu kan hin qabne maaliifi? (it-1-E 103)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 10:1-22 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 3)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu erga beeksistee booda (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 9)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) fg barumsa 12 key. 4-5 (th qoʼannaa 18)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 135

  • Viidiyoo Geemii: Moʼaa Jirta Moo Moʼamaa Jirta?: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Geemiin maal si jalaa hatuu dandaʼa? Jireenya kee keessatti wantoonni geemii caalaa barbaachisaa taʼan maalfaʼi? (Efe 5:15, 16) Geemiin taphachuuf filattu waaʼee eenyummaa keetii maal dubbata? Jireenya keessatti dhugumaan moʼuu kan dandeessu akkamitti?

  • “Dhugaatii Alkoolii Ilaalchisee Murtoo Gaarii Godhi”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaatii Alkoolii Dhuguu Kee Dura Itti Yaadi jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 10 key. 1-7 fi viidiyoo beeksisaa

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 3 fi Kadhanna

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi