LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Adoolessa ful. 2
  • Adoolessa 5-11

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 5-11
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Adoolessa ful. 2

Adoolessa 5-11

KEESSA DEEBII 11-12

  • Faarfannaa 40 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Akkamitti Akka Isa Waaqeffannu Barbaada?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Kes 11:29—Caqasni kun raawwii isaa kan argate akkamitti taʼuu dandaʼa? (it-1-E 925-926)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 11:1-12 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • “Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Miira Namootaa Hubadhaa”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Miira Namootaa Hubachuudhaan jedhamu taphachiisi.

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Rakkina—Yaq 1:13 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 103

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 10 key. 8-12 fi saanduqa 10A

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 72 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi