Adoolessa 12-18
KEESSA DEEBII 13-15
Faarfannaa 38 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Seerichi Yihowaan Hiyyeeyyiidhaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Kes 14:21—Seera ilmoo reʼee aannan haadha isaatiin akka hin affeelle ajaju irraa barumsa akkamii arganna? (w06-AM 4/1 31)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 13:1-18 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Rakkina—1Yo 5:19 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 11)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Matumaa hin Yaaddaʼinaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Jaalalli Matumaa hin Badu . . . Hiyyeessota Taanus—Koongoo jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 10 key. 13-17, saanduqa 10B fi 10C
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 71 fi Kadhannaa