LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Adoolessa ful. 10
  • Hagayya 9-15

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 9-15
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Adoolessa ful. 10

Hagayya 9-15

KEESSA DEEBII 24-26

  • Faarfannaa 137 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Seerichi Yihowaan Dubartootaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Kes 24:1—Seerri Musee namni tokko haadha manaa isaa hiikuun akka isaaf salphatu godhaa jechuu kan hin qabne maaliifi? (it-1-E 640 key. 5)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 26:4-19 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 1)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 2)

  • Haasaa: (Daq. 5) w19.06 23-24 key. 13-16—Mata Duree: Namoota Hiriyaa Gaaʼelaa Isaanii Duʼaan Dhaban Jajjabeessuu fi Deggeruu kan Dandeenyu Akkamitti? (th qoʼannaa 20)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 100

  • “Dubartoota Maanguddoo Akka Haadhotaatti, Dubartoota Umurii Dargaggummaa Irra Jiran Immoo Akka Obboleettotaatti Ilaalaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gumii Keessatti Jaalala hin Badne Argisiisaa—Dubartoota Abbaan Manaa Irraa Duʼee fi Ijoollee Abbaa hin Qabnetti jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 12 key. 1-6, viidiyoo beeksisaa fi saanduqa 12A

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 101 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi