LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Adoolessa ful. 14
  • Hagayya 23-29

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 23-29
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Adoolessa ful. 14

Hagayya 23-29

KEESSA DEEBII 29-30

  • Faarfannaa 3 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaa Tajaajiluun Baayʼee Ulfaataa Miti”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Kes 29:4—Israaʼelonni fakkeenya akeekkachiisaa kan nuuf taʼan akkamitti? (it-1-E 665 key. 3)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 29:1-18 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 1)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu akka jalqabu affeeri; viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 6)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lvs 226-227 key. 3-5 (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 73

  • “Ija Jabeeyyii Taʼuu ni Dandeenya”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Fakkeenya Namoota Sodaatanii Utuu hin Taʼin, Fakkeenya Namoota Ija Jabeeyyii Taʼanii Hordofaa! jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 12 key. 15-21

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 90 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi