Hagayya 30–Fulbaana 5
KEESSA DEEBII 31-32
Faarfannaa 78 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Fakkeenyota Faarfannaa Geggeessaa Hafuuraatiin Barreeffame Keessatti Ibsaman Irraa Baradhaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Kes 31:12—Kiristiyaanonni warra taʼan dhugaa buʼuuraa kana hojii irra oolchuu kan dandaʼan akkamitti? (w04-AM 9/15 27 key. 11)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 32:36-52 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Akkuma haala nama haasofsiistuutti akkaataa dhiheenyaa kee jijjiiri, akkasumas caqasa haala isaatiif taʼu isa affeeri. (th qoʼannaa 12)
Haasaa: (Daq. 5) w07-AM 5/15 15-16—Mata Duree: Ijoolleen Keessan Isin Ilaalu! (th qoʼannaa 16)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Fakkeenya Gaarii Warra Dura Buutota Taʼanii Irraa Baradhaa: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Warra Dura Buutota Taʼan Yaadadhaa’ (Ibr. 13:7) jedhamu taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Fakkeenya obboloota keenya Toomaas Saalivaan, Joorji Gaangaas, Kaarli Kilaayanii fi Daaniʼel Sidliik irraa maal baranna?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 13 key. 1-6 fi viidiyoo beeksisaa
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 128 fi Kadhannaa